Duration 6:7

Oromo/Oromiyaa Music Kadir Martu & Dawite Mekonen TokkummaaNew 2019

344 524 watched
0
5.6 K
Published 22 Oct 2019

Bakakkaa Entertainment Oromo Music Ethiopian Oromo Music WELCOME TO BAKKKAA ENTERTAINMENT CHANNEL. We Are Here to Deliver Amazing and Quality Oromo Musics to You. We Produce, Record and Promote Quality Musics, Arrange Concerts And Help Our Artists to Get to the Next Level. SUBSCRIBE NOW For the Latest Oromo New & Hot Musics.

Category

Show more

Comments - 332
  • @
    @husseinguyo11772 years ago Thus marvelous. Nice one of kadir and dawitee mekonen. 1
  • @
    @firriiamboosimbo9135 years ago Woww kani akkaa koottii oromumaan boontaan likeee. 45
  • @
    @abdullahiboru15345 years ago Thank you for making a comeback to music we hve really missed to hear your music as of late. 6
  • @
    @nadiakemaldisasa68945 years ago Umrii nuuf dheeradhaa waan keenya jajjabee dawitemartu. 8
  • @
    @malianegn89945 years ago Wowowowow oromon yoo tokko ta' uu waalif gachaan galtomakadun ijolumaa kiyaan jaldhuu egale. Dawit koo mashaa allhaa atti dulomudheradhuu amsii. 2
  • @
    @jeeyluupis25945 years ago Woow hedduu nama gammachiistan akkanumaan jaalala fi tokkummaa lallabaa. 2
  • @
    @kalidhamza1278last year Wooow what a song what a music dk were the legend. 1
  • @
    @Yasin-ch7zt5 years ago Www maashaa allah baayyee bareedda namatti tola jabaadhaa dhiiroo akkana dubbiin. 1
  • @
    @halimaukulu92555 years ago Ww nii toltuu dhugaa nuf jiradhaa akaa isiin fedhuu oromo koo. 3
  • @
    @jalanerabiira55335 years ago Baaye' e siinjaaldha baaye' e baredaadha jabaadha. 2
  • @
    @anigibeengama57015 years ago Welistoota keenya kabajamoo nuuf jiraadha ija diina irra nuuf hafa. 2
  • @
    @kalacha37475 years ago Daawweekoo leencaam ati ilma finca proud of you. 7
  • @
    @munirm47075 years ago Kadirr gotaa oromoo bagaa nuf jirattee haftee elemo qilxuu senyii jarra abba gadaa. 3
  • @
    @sifansifan45525 years ago Akkam namatti tola qomoo koo jabadha galanni keessan bilisummaa haa tahuu waan ofii. 1
  • @
    @binttiisilamarsiiihadabba83165 years ago Wowwoowoww qeerroo teenyaa qaqaliwaan abdii sabba yomiyyu seenaa qabdanii. 8
  • @
    @mesaramohammed.yaoomuuuuga41854 years ago Mashallah tabarakallhaa yarabbikoo yaalha sabaa koo oromo. 2
  • @
    @aslulovetube10105 years ago Wwww baayyee das jedha jabaadhaa ilmaan koo. 1
  • @
    @jimmittitube21165 years ago Aanaa dhufuu artiwwan oromoo qaroo ijaa keenyaa.
  • @
    @hegereetube61615 years ago Kadir top men best cilolee sound dawite. 2
  • @
    @user-ds5uv2tn5i4 years ago Wowowowo bayyee tokoo nammaa maraartu obboollaan aceekoo dammako jiraadha bilisommaa.
  • @
    @abdiana20005 years ago We love you guys garu this song and video hin bilchaanne im sure kana caalaa ni dandettaniiw.
  • @
    @SmartinfoBEST5 years ago
    badhaasni keessan bilisumma ha ta' uu
    naaf jiraadha .
    6
  • @
    @AdemAAhmed5 years ago Bareedaa ture garuu sagaleen kadir sirrii miti. 1
  • @
    @aminaamina18045 years ago Sirbaa kadiir yeroo xiqqo irraa dhageefadhaa hedduu naati tolaa yeroo sani kadiiruu hangaa hin gahu amma maashallah.
  • @
    @alamituuhaayiluugammadaa91705 years ago Baay' ee namati tolla nufi jirradhu oromo koo.
  • @
    @sabonituwallaggaabdisa71375 years ago Wow nufijiradha hamittun isinin hini arrigin qomoko jirradha. 3
  • @
    @kindebuli30985 years ago We need unity at this critical time! Tokkummaa! 2
  • @
    @sabbonttuumannaa5265 years ago Basa kessaan bilisummaa haa ta' uu sanuiwwaan koo.
  • @
    @gato77635 years ago Meeshaaleen music baayyee bareeda garuu vocal irratti rakkootu jira.
  • @
    @foziioromoyutub68783 years ago Wowww jajjabee tiyyaa sanyii ofii jabadhaa.
  • @
    @hawikedir62755 years ago Nuffi jiradha ilmman abba gadaa wowowoow its amazing.
  • @
    @buzuneshibaayisaa27375 years ago Wwwo ijaa iraa haafa
    umuri nuu dheeradhaa.
  • @
    @shaallooharoodambalinteres86345 years ago Kadiir koo lubbuu galaannii ke bilisuumma ha ta, uu.
  • @
    @sifaanwallaggaa99595 years ago Wowowoww dhugaa bayyee namati tola jabadhaa lamiikoo.
  • @
    @saqerail11195 years ago Jajjabee ilmaan oromoo jabaadhaa hedduu namatti tola.
  • @
    @ashetumamod54905 years ago Daawwee fi kadir guddaa galatoomaa, umurii nuuf dheeradhaa, uummata oromoo biratti jaallatamummaa guddaa qabdu.
  • @
    @h24luunchaa315 years ago Lechaa. Oromoo hundaa tokkicaa kumaa esaa jiraa.
  • @
    @gorjegeleta52765 years ago Oromoon waardieya adhabbaatuu wbo fii qeerroo dhaa. 1
  • @
    @tahirallo26435 years ago Dawwee ilmaa sabaa baldhaa nuuf jaabadhuu geerarasa heduu nama toluudha.
  • @
    @user-vk3xx6df2g7 months ago Gootawwan keenyaa nuuf jiraadha jiruu bilisummaa.
  • @
    @zariba67252 years ago Kadoo dhiraa oromumaf idimee ofii midhamee.
  • @
    @hayoooromtitii39705 years ago Nuuf jiradha lencawaan kenyaa oromoo tahu kessanif isinin bonnaa qomoo koo.
  • @
    @flyboy5165 years ago W namatti tola jabaadha kadex & dawite.
  • @
    @humeyrahumeyra58584 years ago Daawwitee kadir koo bubulaa bulaa woggaa 10 jiradha.
  • @
    @sumayyaarsiisiikkoofimando84495 years ago Akas oromo tiyyaa nutii tokko wolif jira jedha.